LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 7:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 (sababiin isaas, namoonni kakaa malee luboota taʼan akka jiran beekamaa dha; inni kun garuu, karaa kakaa waaʼee isaa kakatameen luba taʼe; Waaqayyo, “Ani Yihowaan,* ‘Ati bara baraaf luba dha’ jedhee kakadheera; ani yaada koo hin jijjiiru”* jedheera)+

  • Ibroota 7:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Seerichi namoota dadhabina qaban luboota ol aanoo godhee muuda;+ kakaan Seericha booda kakatame+ garuu, Ilma isa bara baraaf guutuu godhame+ sana muuda.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi