-
1 Saamuʼel 20:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daawit garuu irra deebiʼee kakatee, “Abbaan kee ani si biratti fudhatama akkan argadhe+ waan beekuuf, ‘Yonaataan gadduu waan dandaʼuuf dhimma kana beekuu hin qabu’ jedhee taʼuu dandaʼa. Garuu Yihowaa isa jiraataa taʼee fi lubbuu kee isa jiraataadhaan nan kakadha, anaa fi duʼa gidduu kan jiru tarkaanfii tokko qofa dha!” jedhe.+
-
-
Faarfannaa 116:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Dhiphinaa fi gaddaan liqimfameen ture.+
-