Abbootii Murtii 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,Duumessoonnis bishaan gad naqan.
4 Yaa Yihowaa, yommuu ati Seʼiirii+ baatetti,Yommuu ati naannoo Edoom keessaa baatee duultetti,Lafti ni sochoote, samiiwwan bishaan ni dhangalaasan,Duumessoonnis bishaan gad naqan.