-
Iyyaasuu 4:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Waaqni keessan Yihowaan hamma nuti ceenutti bishaan Yordaanos nu duratti ni gogse; Waaqni keessan Yihowaan hamma isaan ceʼanitti galaanicha gogsuudhaan akkuma Galaana Diimaa irratti godhe+ sana nuufis ni godhe.
-