Faarfannaa 138:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Jaalala kee isa amanamaa fi amanamummaa keetiin kan kaʼe,Gara mana qulqullummaa* kee isa qulqulluutti nan sagada,+Maqaa kees nan jajadha.+ Ati wanta kaan hundumaa caalaa dubbii kee fi maqaa keetiif* ulfina kenniteetta.
2 Jaalala kee isa amanamaa fi amanamummaa keetiin kan kaʼe,Gara mana qulqullummaa* kee isa qulqulluutti nan sagada,+Maqaa kees nan jajadha.+ Ati wanta kaan hundumaa caalaa dubbii kee fi maqaa keetiif* ulfina kenniteetta.