Faarfannaa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe. Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+ Roomaa 10:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Namni maqaa Yihowaa* waammatu hundi ni fayya.”+