Roomaa 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ammas, “Isin saboonni hundi, Yihowaa* jajadhaa; namoonni hundis isa haa jajatan”+ jedheera.