Maatewos 26:52, 53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+ 53 Ani leegewoonii* maleekotaa 12 ol+ ammuma akka anaaf ergu Abbaa koo kadhachuu waanan hin dandeenye sitti fakkaataa?
52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+ 53 Ani leegewoonii* maleekotaa 12 ol+ ammuma akka anaaf ergu Abbaa koo kadhachuu waanan hin dandeenye sitti fakkaataa?