Fakkeenya 6:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yaa ilma koo, ajaja abbaa keetii eegi,Barumsa* haadha teetiis hin dhiisin.+ Fakkeenya 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yommuu deemtu si qajeelcha;Yommuu ciistu dhaabbatee si eega;Yommuu dammaqxus sitti dubbata.*