-
Faarfannaa 25:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ati Waaqa fayyinaa koo waan taateef,
Dhugaa kee keessa akkan deddeebiʼu godhi, na barsiisis.+
ו [Waaw]
Guyyaa guutuu ani sin abdadha.
-