-
Faarfannaa 119:93Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
93 Ati isaaniin lubbuudhaan waan na tursiteef,
Matumaa ajajawwan kee hin irraanfadhu.+
-
-
Faarfannaa 119:100Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
100 Ajajawwan kee waanan eeguuf,
Maanguddoota caalaa hubannaadhaan nan deddeebiʼa.
-