Faarfannaa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+
7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+