-
Faarfannaa 119:101Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
101 Dubbii kee akkan eeguuf,
Daandii hamaa akkamii irra iyyuu deemuu nan dida.+
-
-
Efesoon 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Egaa kan deddeebitan akka warra ogummaa hin qabneetti utuu hin taʼin, akka warra ogeeyyiitti taʼuu isaa of eeggannoodhaan hubadhaa;
-