-
Faarfannaa 119:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Silaa ajajawwan kee hunda yommuun qoʼadhutti,
Hin qaanaʼun ture.+
-
-
1 Yohaannis 2:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Egaa yaa ijoolle, yommuu inni mulʼifamutti bilisummaa dubbachuu akka qabaannuu+ fi yommuu argama isaatti qaanofnee isa irraa akka hin fagaanneef tokkummaa isaa wajjin qabdan eeggadhaa jiraadhaa.
-