-
Faarfannaa 9:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yaa Yihowaa, kaʼi! Namni duʼu si hin moʼin.
Saboonni si duratti itti haa murteeffamu.+
-
-
Ermiyaas 18:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yaa Yihowaa, ati garuu
Daba isaan na ajjeesuuf na irratti qopheessan hundumaa akka gaariitti beekta.+
Balleessaa isaanii hin dhoksin,
Cubbuu isaaniis of duraa haxooftee hin balleessin.
-