Faarfannaa 19:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+ Fakkeenya 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Fakkeenya Solomoon,+ isa ilma Daawitii+ fi mootii Israaʼel+ taʼe sanaa: Fakkeenya 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Warra muuxannoo hin qabneef abshaalummaa+ argamsiisuuf,Dargaggeessaaf beekumsaa fi dandeettii yaaduu+ argamsiisuuf gargaara. 2 Ximotewos 3:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 daaʼimummaa keetii jalqabdee+ Kitaabota Qulqulluu+ fayyina Kiristoos Yesuusitti amanuudhaan argamuuf ogeessa si gochuu dandaʼan baratteetta.+
7 Seerri Yihowaa mudaa hin qabu,+ humna namaa haaressa.*+ Yaadachiisni Yihowaa kan amanamu dha,+ isa muuxannoo hin qabne ogeessa godha.+
4 Warra muuxannoo hin qabneef abshaalummaa+ argamsiisuuf,Dargaggeessaaf beekumsaa fi dandeettii yaaduu+ argamsiisuuf gargaara.
15 daaʼimummaa keetii jalqabdee+ Kitaabota Qulqulluu+ fayyina Kiristoos Yesuusitti amanuudhaan argamuuf ogeessa si gochuu dandaʼan baratteetta.+