Faarfannaa 22:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ani garuu raammoo malee nama miti,Namoonni natti qoosan,* na tuffatanis.+ 7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+
6 Ani garuu raammoo malee nama miti,Namoonni natti qoosan,* na tuffatanis.+ 7 Warri na argan hundi natti qoosu;+Afaan isaanii jalʼisanii qoosaadhaan mataa isaanii natti raasaa akkana jedhu:+