-
Faarfannaa 119:144Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
144 Qajeelummaan yaadachiisawwan keetii kan bara baraa ti.
Lubbuudhaan jiraachuu koo akkan itti fufuuf, hubannaa naaf kenni.+
-
-
Lallaba 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Wanti Waaqni dhugaan tolchu hundi bara baraaf akka jiraatu hubadheera. Wanti isa irratti dabalamus taʼe wanti isa irraa hirʼifamu tokko illee hin jiru. Namoonni akka isa sodaataniif,+ Waaqni dhugaan akka kanatti isa tolcheera.
-