LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ammas yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ati Waaqa dhugaa dha; dubbiin kees dhugaa dha;+ ati wantoota gaggaarii kana tajaajilaa keetiif gochuudhaaf waadaa galteetta.

  • Faarfannaa 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dubbiin Yihowaa qulqulluu dha;+

      Akka meetii iddoo ibiddaa suphee irraa tolfame* keessatti qulqulleeffametti siʼa torba kan qulqulleeffame dha.

  • Yohaannis 17:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Dhugichaan isaan qulqulleessi;*+ dubbiin kee dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi