-
Faarfannaa 119:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Bulchitoonni waliin taaʼanii waaʼee koo wanta hamaa yommuu dubbatanitti illee,
Ani tajaajilaan kee dambiiwwan kee irratti nan yaada.*
-