Faarfannaa 119:82 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 82 Ijji koo dubbii kee ni hawwa,+“Ati yoom na jajjabeessita?”+ jedheen gaafadha. Faarfannaa 130:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,+Eeyyee, waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha.+
6 Waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,+Eeyyee, waardiyyoota lafti bariʼuu isaa eeggatan caalaa,Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha.+