-
Isaayyaas 9:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ati sabicha baayʼisteetta;
Gammachuun isaaniis guddaa akka taʼu gooteetta.
Akkuma namoonni yeroo makaraatti gammadanitti,
Akkuma namoota gammachuudhaan boojuu hirataniittis
Isaan si duratti ni gammadu.
-