LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 5:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanti ani gaarii fi sirrii akka taʼe arge kana dha: kun badhaasa* isaa waan taʼeef, namni tokko umurii gabaabaa Waaqni dhugaan isaaf kennetti nyaachuu fi dhuguu, akkasumas hojii jabaatee hojjechuudhaan aduu jalatti itti dadhabe hundumaa irraa gammachuu argachuu qaba.+

  • Isaayyaas 65:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,

      Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan.

      Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+

      Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi