Faarfannaa 127:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ilmaan namni tokko dargaggummaatti dhalchu,Akkuma xiyyawwan harka nama jabaa keessa jiranii ti.+ 5 Namni korojoo xiyyaa isaa isaaniin guuttatu gammadaa dha.+ Isaan karra magaalaa irratti diinotaa wajjin waan dubbataniif,Hin qaanaʼan.
4 Ilmaan namni tokko dargaggummaatti dhalchu,Akkuma xiyyawwan harka nama jabaa keessa jiranii ti.+ 5 Namni korojoo xiyyaa isaa isaaniin guuttatu gammadaa dha.+ Isaan karra magaalaa irratti diinotaa wajjin waan dubbataniif,Hin qaanaʼan.