LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 122:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Nagaa Yerusaalemiif kadhadhaa.+

      Yaa magaalaa nana, warri si jaallatan tasgabbii argatu.

  • Isaayyaas 33:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Xiyoon ishii magaalaa ayyaanota keenyaa taate ilaali!+

      Ijji kee Yerusaalem ishii bakka jireenyaa tasgabbii qabdu,

      Ishii dunkaana hin sochoone taate sana ni ilaala.+

      Qofoowwan dunkaanaa ishii matumaa hin buqqifaman,

      Wadaroo ishii keessaa tokko illees hin citu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi