-
Ermiyaas 33:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+ 9 Ishiinis saboota lafaa warra gaarummaa ani isaaniif godhu hundumaa dhagaʼan hundumaa duratti anaaf maqaa gammachuu, akkasumas kanan ulfinaa fi miidhagina ittiin argadhu ni taati.+ Isaan gaarummaa fi nagaa ani ishiidhaaf kennu hundumaatiin kan kaʼe+ ni naʼu, ni hollatus.’”+
-