1 Saamuʼel 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Achiis Daawit Naayoot ishii Raamaatti argamtu keessaa ni baqate. Haa taʼu malee, gara Yonaataan dhufee, “Maalan godhe?+ Abbaan kee na* ajjeesuu kan barbaadu ani maal balleessinaani? Cubbuu maaliin isa irratti hojjedhe?” jedhe.
20 Achiis Daawit Naayoot ishii Raamaatti argamtu keessaa ni baqate. Haa taʼu malee, gara Yonaataan dhufee, “Maalan godhe?+ Abbaan kee na* ajjeesuu kan barbaadu ani maal balleessinaani? Cubbuu maaliin isa irratti hojjedhe?” jedhe.