1 Seenaa Baraa 29:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Inni ajajawwan kee, yaadachiisawwan kee fi dambiiwwan kee akka eeguuf,+ wantoota kana hunda akka raawwatuuf, akkasumas mana qulqullummaa* ani qophii godheef kana akka ijaaruuf,+ ilma koo Solomooniif garaa guutuu taʼe* kenni.”+
19 Inni ajajawwan kee, yaadachiisawwan kee fi dambiiwwan kee akka eeguuf,+ wantoota kana hunda akka raawwatuuf, akkasumas mana qulqullummaa* ani qophii godheef kana akka ijaaruuf,+ ilma koo Solomooniif garaa guutuu taʼe* kenni.”+