LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 9:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Faarfattoonni, dura buutonni manneen abbootii Leewwotaa warri kutaawwan* sana keessa taaʼanii fi hojiiwwan kaan irraa walaba taʼan kanneen kana turan; isaan halkanii fi guyyaa hojii isaanii irratti argamuuf itti gaafatamummaa qabu turan.

  • 1 Seenaa Baraa 23:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Akka ajaja isa dhumaa Daawit kennettis, Leewwonni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe ni lakkaaʼaman.

  • 1 Seenaa Baraa 23:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Isaan Yihowaa galateeffachuu fi jajachuuf ganama ganamaa+ fi galgala galgala ni dhaabbatu turan.+

  • Luqaas 2:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 ishiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe yommuu taatu, yeroo kanatti umuriin ishii waggaa 84 ture. Ishiin mana qulqullummaa keessaa utuu hin dhabamin soomaa fi wawwaannaa dhiheessaa halkanii fi guyyaa tajaajila qulqulluu dhiheessiti turte.

  • Mulʼata 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Teessoo Waaqayyoo dura kan jiran kanaafi; isaan halkanii fi guyyaa mana qulqullummaa isaa keessatti tajaajila qulqulluu isaaf dhiheessaa jiru; inni teessicha irra taaʼe+ sunis dunkaana isaa isaan irra ni diriirsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi