-
Faarfannaa 84:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Namoonni si irraa jabina argatan,
Warri garaa isaanii daandiiwwan guguddaa irra kaaʼatanis gammadoo dha.+
-
-
Faarfannaa 84:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isaan deemuu isaanii itti fufu, jabinni isaanii garuu hin laafu;+
Tokkoon tokkoon isaaniis Xiyoon keessatti Waaqayyo duratti dhihaatu.
-