Iyyoob 38:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Duumessa* keessa ogummaa kan kaaʼe+Yookiin taʼeewwan* samiitiif hubannaa kan kenne eenyu?+ Fakkeenya 3:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan ogummaadhaan lafa hundeesseera.+ Samiiwwanis hubannaadhaan cimsee dhaabeera.+ 20 Beekumsa isaatiin, bishaanonni gad fagoon gargar hiramaniiru,Samiiwwan duumessa uffatanis fixeensa roobsaniiru.+
19 Yihowaan ogummaadhaan lafa hundeesseera.+ Samiiwwanis hubannaadhaan cimsee dhaabeera.+ 20 Beekumsa isaatiin, bishaanonni gad fagoon gargar hiramaniiru,Samiiwwan duumessa uffatanis fixeensa roobsaniiru.+