Anbaaqom 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan jabina koo ti;+Inni miila koo akkuma luka gadamsaa ni godha,Iddoowwan ol kaʼoo irra akkan deemus ni godha.+
19 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan jabina koo ti;+Inni miila koo akkuma luka gadamsaa ni godha,Iddoowwan ol kaʼoo irra akkan deemus ni godha.+