Uumama 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Waaqayyo akkana jedhe: “Maddawwan ifaa+ guyyaa fi halkan+ gargar baasan hawaa keessa haa jiraatan; isaanis waqtiilee, guyyootaa fi waggoota gargar baasuuf mallattoo taʼanii tajaajilu.+
14 Achiis Waaqayyo akkana jedhe: “Maddawwan ifaa+ guyyaa fi halkan+ gargar baasan hawaa keessa haa jiraatan; isaanis waqtiilee, guyyootaa fi waggoota gargar baasuuf mallattoo taʼanii tajaajilu.+