Baʼuu 14:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Israaʼelonni garuu bishaanichi karaa mirgaa fi karaa bitaa isaanii akka girgiddaa taʼee dhaabbatee utuu jiruu,+ galaanicha gidduu lafa gogaa irra ni deeman.+
29 Israaʼelonni garuu bishaanichi karaa mirgaa fi karaa bitaa isaanii akka girgiddaa taʼee dhaabbatee utuu jiruu,+ galaanicha gidduu lafa gogaa irra ni deeman.+