Yaaqoob 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera. 1 Pheexiros 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+
6 Haa taʼu malee, gaarummaa guddaan Waaqayyo kennu, hafuura akkasii caalaa guddaa dha. Kanaafuu, “Waaqayyo warra of tuulan ni morma,+ warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna”+ jedhamee barreeffameera.
5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+