-
Iyyoob 10:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ati akkuma aannanii na hin dhangalaasnee?
Akkuma itittuus na hin itichinee?
11 Gogaa fi foon natti uwwiste,
Lafee fi ribuudhaanis walitti na hodhite.+
-