Faarfannaa 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Warra soba dubbatan ni balleessita.+ Yihowaan namoota hammina raawwatanii fi warra kaan gowwoomsan* ni balfa.+
6 Warra soba dubbatan ni balleessita.+ Yihowaan namoota hammina raawwatanii fi warra kaan gowwoomsan* ni balfa.+