Ermiyaas 20:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, ati garuu nama qajeelaa ni qorta;Yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni argita.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,+Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.+
12 Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, ati garuu nama qajeelaa ni qorta;Yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni argita.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,+Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.+