-
Faarfannaa 64:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mala haxxummaa namoonni hamoon dhoksaatti qopheessan jalaa,+
Namoota hedduu balleessaa raawwatan jalaas na golgi.
-
-
Faarfannaa 64:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Malawwan haaraa balleessaa itti raawwatan barbaaddatu;
Tooftaa haxxummaa isaaniis dhoksaatti qopheessu;+
Yaanni garaa tokkoon tokkoon isaanii keessa jirus gad fagoo dha.
-