1 Saamuʼel 17:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe.
37 Daawit itti fufuudhaan, “Yihowaan inni qeensa leencaa fi amaaketaa irraa na oolche, harka Filisxeemicha kanaa jalaas na oolcha” jedhe.+ Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin, “Dhaqi, Yihowaan sii wajjin haa taʼu” jedhe.