Fakkeenya 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+ Yaaqoob 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isin gidduudhaa namni dhukkubsate jiraa? Inni jaarsolii gumii ofitti haa waammatu;+ isaanis maqaa Yihowaatiin* zayitii dibanii+ isaaf haa kadhatan.
23 Sababiin isaas, ajajni kun ibsaa dha,+Seerichis ifa dha,+Adabni sirreeffama argamsiisu daandii gara jireenyaatti geessu dha.+
14 Isin gidduudhaa namni dhukkubsate jiraa? Inni jaarsolii gumii ofitti haa waammatu;+ isaanis maqaa Yihowaatiin* zayitii dibanii+ isaaf haa kadhatan.