Faarfannaa 27:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis.
9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis.