1 Saamuʼel 24:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan anaa fi si gidduutti murtii haa kennu;+ Yihowaan si irratti haaloo naaf haa baʼu+ malee, ani harka koo si irratti hin kaasu.+
12 Yihowaan anaa fi si gidduutti murtii haa kennu;+ Yihowaan si irratti haaloo naaf haa baʼu+ malee, ani harka koo si irratti hin kaasu.+