-
1 Seenaa Baraa 29:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Daawit guutummaa gumichaa duratti Yihowaa ni jajate. Daawit akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel abbaa keenyaa kan taate yaa Yihowaa, baraa hamma bara baraatti kan jajamte taʼi.
-