-
Faarfannaa 34:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yeroo hundumaa Yihowaa nan jajadha;
Galanni isaa yoom iyyuu afaan koo irra jira.
-
-
Faarfannaa 51:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Afaan koo ulfina kee akka labsuuf,
Yaa Yihowaa, akkan dubbadhu naaf heyyami.+
-