-
Hojii Ergamootaa 4:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Isaan yommuu kana dhagaʼan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii Waaqayyoon kadhatan:
“Yaa Gooftaa Ol Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta;+
-