LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan mootii taʼee baraa hamma bara baraatti bulcha.+

  • Daaniʼel 6:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namoonni bulchiinsa mootummaa koo jala jiran hundi Waaqa Daaniʼel duratti sodaadhaan akka romʼan ajaja kenneera.+ Sababiin isaas, inni Waaqa jiraataa bara baraaf jiraatu dha. Mootummaan isaa matumaa hin balleeffamu; bulchiinsi* isaas kan bara baraa ti.+

  • Mulʼata 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi