Faarfannaa 135:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan gaarii waan taʼeef,+ Yaahiin jajadhaa. Kun kan nama gammachiisu waan taʼeef, maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*
3 Yihowaan gaarii waan taʼeef,+ Yaahiin jajadhaa. Kun kan nama gammachiisu waan taʼeef, maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*