LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 18:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Kana gidduutti samiin duumessaan ni gurraachaʼe; bubbeen ni bubbise; bokkaa cimaanis ni roobe;+ Ahaabis gaarii fardaa isaa yaabbatee gara Yezriʼelitti+ qajeele.

  • Ermiyaas 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Waaqolii tolfamoo sabootaa warra gatii hin qabne keessaa bokkaa roobsuu kan dandaʼu jiraa?

      Samiiwwan illee ofii isaaniitiin bokkaa roobsuu ni dandaʼuu?

      Waaqa keenya kan taate yaa Yihowaa, kana gochuu kan dandaʼu si qofa mitii?+

      Wantoota kana hundumaa kan raawwate si qofa waan taʼeef,

      Nuti si abdanna.

  • Maatewos 5:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 kana yoo gootan, ilmaan Abbaa keessan isa samii+ taʼuu keessan argisiistu; inni aduu isaa namoota hamoo fi namoota gaarii irratti ni baasa; bokkaas qajeelotaa fi jalʼoota irratti ni roobsa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi