-
Faarfannaa 2:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, isin mootonni hubannaa qabaadhaa;
Isin abbootiin murtii lafaas sirreeffama fudhadhaa.*
11 Sodaadhaan Yihowaa tajaajilaa,
Isaaf hollachuuttis gammadaa.
-